I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


19) Possessive Pronouns - Example

My book. (English)
Kitaaba kiyya. (Afaan Oromoo)
Our book. (English)
Kitaaba keenya/keenna. (Afaan Oromoo)
Your (m) book. (English)
Kitaaba kee. (Afaan Oromoo)
Your (f) book. (English)
Kitaaba kee. (Afaan Oromoo)
Her book. (English)
Kitaaba ishee/isii. (Afaan Oromoo)
Your (pl) book. (English)
Kitaaba keessan. (Afaan Oromoo)
His book. (English)
Kitaaba isaa. (Afaan Oromoo)
Their book. (English)
Kitaaba isaanii. (Afaan Oromoo)