I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


110) Future Tense - Question Words

Will you (m) read? (English)
Ati dubbistaa? (Afaan Oromoo)
Yes, I will read. (English)
Eeyyee, nan dubbisa. (Afaan Oromoo)
What will you (m) read? (English)
Ati maal dubbista? (Afaan Oromoo)
I will read news paper. (English)
Ani gaazexaan dubbisa. (Afaan Oromoo)
Which news paper will you (m) read? (English)
Ati gaazexaa kamiin dubbista? (Afaan Oromoo)
I will read Addis Zeman news paper. (English)
Ani gaazexaa Addis Zaman dubbisa. (Afaan Oromoo)
When will you (m) read news paper? (English)
Ati yoom gaazexaa dubbista? (Afaan Oromoo)
I will read news paper tomorrow. (English)
Ani boru gaazexaa dubbisa. (Afaan Oromoo)
Where you (m) will read news paper? (English)
Ati eessatti gaazexaa dubbista? (Afaan Oromoo)
I will read newspaper at my home. (English)
Ani gaazexaa mana kiyyatti dubbisa. (Afaan Oromoo)
Why will you (m) read news paper? (English)
Ati maaliif gaazexaa dubbista? (Afaan Oromoo)
I will read newspaper for information. (English)
Ani odeeffannoof gaazexaa dubbisa. (Afaan Oromoo)
Who will you (m) read news paper with? (English)
Ati eenyun wojjiin gaazexaa dubbista? (Afaan Oromoo)
I will read news paper with my friends. (English)
Ani hiriyyoota kiyya wojjiin gaazexaa dubbisa. (Afaan Oromoo)
How will you (m) read news paper? (English)
Ati akkamitti gaazexaa dubbista? (Afaan Oromoo)
I will read news paper slowly. (English)
Ani gaazexaa suuta dubbisa. (Afaan Oromoo)