I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


10) Subject Pronouns + To be Past (Positive)

I was. (English)
Ana ture. (Afaan Oromoo)
We were. (English)
Nuyi/Nu'i/Nu ture. (Afaan Oromoo)
You (m) were. (English)
Ati turte. (Afaan Oromoo)
You (f) were. (English)
Ati turte. (Afaan Oromoo)
She was. (English)
Ishee/Isii turte. (Afaan Oromoo)
You (pl) were. (English)
Isin turtan. (Afaan Oromoo)
He was. (English)
Isa ture. (Afaan Oromoo)
They were. (English)
Isaan turan. (Afaan Oromoo)