I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


72) Present Continuous Tense - List of continuous actions

I am getting up. (English)
Ani hirribaa ka'aan jira. (Afaan Oromoo)
I am praying to God. (English)
Ani Waaqa kadhataan jira. (Afaan Oromoo)
I am washing my face. (English)
Ani fuula dhiqataan jira. (Afaan Oromoo)
I am doing exercise. (English)
Ani ispoortii hojjataan jira. (Afaan Oromoo)
I am taking shower. (English)
Ani nafa dhiqataan jira. (Afaan Oromoo)
I am eating breakfast. (English)
Ani ciree nyaataan jira. (Afaan Oromoo)
I am listening to the radio. (English)
Ani raadiyoo caqasaan jira. (Afaan Oromoo)
I am going to work. (English)
Ani gara hojii deemaan jira. (Afaan Oromoo)
I am coming home. (English)
Ani gara manaa dhufaan jira. (Afaan Oromoo)
I am making dinner. (English)
Ani irbaata qopheessaan jira. (Afaan Oromoo)
I am watching television. (English)
Ani TV laalaan jira. (Afaan Oromoo)
I am going to bed/sleep. (English)
Ani rafaan jira. (Afaan Oromoo)
I am washing my clothes. (English)
Ani uffata miicaan jira. (Afaan Oromoo)
I am cleaning my house. (English)
Ani mana kiyya qulqulleessaan jira. (Afaan Oromoo)