I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


112) Take - Verb Form in Present Tense – Affirmative Form

I take. (English)
(Ani) nan fudha. (Afaan Oromoo)
We take. (English)
Nu ni fudhanna. (Afaan Oromoo)
You(m) take. (English)
Ati ni fudhatta. (Afaan Oromoo)
You(f) take. (English)
Ati ni fudhatta. (Afaan Oromoo)
She takes. (English)
Isiin ni fudhatti. (Afaan Oromoo)
You(pl) take. (English)
Isin ni fudhattu. (Afaan Oromoo)
He takes. (English)
Inni ni fudhata. (Afaan Oromoo)
They take. (English)
Isaan ni fudhatu. (Afaan Oromoo)