I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


160) Teach - Verb Form in Present Tense - Affirmative Form

I teach. (English)
(Ani) nan barsiisa. (Afaan Oromoo)
We teach. (English)
Nu ni barsiisna. (Afaan Oromoo)
You (m) teach. (English)
Ati ni barsiista. (Afaan Oromoo)
You (f) teach. (English)
Ati ni barsiista. (Afaan Oromoo)
She teaches. (English)
Isiin ni barsiisti. (Afaan Oromoo)
You (pl) teach. (English)
Isin ni barsiistan. (Afaan Oromoo)
He teaches. (English)
Inni ni barsiisa. (Afaan Oromoo)
They teach. (English)
Isaan ni barsiisan. (Afaan Oromoo)