I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


263) Talk between Waiter and Guest

Are you ready to order? (English)
Ajajachuuf qophiidha? (Afaan Oromoo)
May I take your order? (English)
Maal haa ajajamu? (Afaan Oromoo)
Yes, please. (English)
Tole. (Afaan Oromoo)
Just a minute, please. (English)
Xiiqqoo na egaa. (Afaan Oromoo)
Would you like a drink?  (English)
Dhugaatii barbaadduu? (Afaan Oromoo)
A glass of red wine, please. (English)
Wayinii qaruuraa tokko. (Afaan Oromoo)
A glass of mineral water, please. (English)
Bishaan qaruuraa tokko. (Afaan Oromoo)
No, thank you. (English)
Lakki galatoomi. (Afaan Oromoo)
Would you like some coffee? (English)
Buna barbaaddaa? (Afaan Oromoo)
Yes, please. (English)
Tole haa ta'u. (Afaan Oromoo)
How would you like your coffee? (English)
Bunni akkam isiinif haa ta'u? (Afaan Oromoo)
A little milk, but no sugar. (English)
Aannan xiqqoo itti qici; garuu sukkaara kan hinqabne. (Afaan Oromoo)
With cream and sugar, please. (English)
Kireemiifi sukkaara waliin. (Afaan Oromoo)
Black coffee please. (English)
Buna gurracha naa kenni. (Afaan Oromoo)
How would you like your tea? (English)
Shayii akkamii siif haa ta'u? (Afaan Oromoo)
With lemon, please. (English)
Loomiidhaan. (Afaan Oromoo)
How would you like your eggs? (English)
Killeen akkamitti isiinif haa dalagamu? (Afaan Oromoo)
Scrambled, please. (English)
Caccabsaan barbaada (Afaan Oromoo)
Hard-boiled. (English)
Sirriitti haa bilchaatu. (Afaan Oromoo)
Soft-boiled. (English)
Sirritti kan hin bilchaatiin. (Afaan Oromoo)
How would you like your steak? (English)
Waaddiin akkamitti isiniif haa dalagamu? (Afaan Oromoo)
Well done, please. (English)
Haala gaariin kan dalagame. (Afaan Oromoo)
Medium rare, please. (English)
Kan baayyee hin bilchaatiin. (Afaan Oromoo)
What bread would you like? (English)
Daabboo akkamii barbaaddu/barbaadda? (Afaan Oromoo)
What do you have? (English)
Maaltu jira? (Afaan Oromoo)
White, whole-wheat, rye. (English)
Qamadii adiifi hayisaa. (Afaan Oromoo)
Rye bread, please. (English)
Daabboo hayisaa. (Afaan Oromoo)
Complaining (English)
Komii (Afaan Oromoo)
Waiter! I've been waiting for my order for almost an hour already! (English)
Kessumeessaa! Ajajeera; osoon eeguu sa'aa tokko guutuufi. (Afaan Oromoo)
Can I see the manager, please? (English)
Itti gaafatamaa dubbisuu danda'aa? (Afaan Oromoo)
Paying (English)
Kafaluu (Afaan Oromoo)
Waiter! The bill, please. (English)
Keesumessaa! Nagahee naaf fidi. (Afaan Oromoo)
The food was delicious. Thank you very much.  (English)
Nyaanni mi'aawaa ture. Guddaa galatoomi. (Afaan Oromoo)