I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


256) Talking about Shopping - Buying Shoes

Shopkeeper : Can I help you? (English)
Abbaa dukkaanaa: Maal si gargaaru? (Afaan Oromoo)
Customer :Yes, I am looking for shoes. (English)
Maamila: Kopheen barbaada. (Afaan Oromoo)
Shopkeeper: What size are you looking for? (English)
Abbaa dukkaanaa: Lakkofsa meeqa barbaadda? (Afaan Oromoo)
Customer: I am looking for 43 size in black. (English)
Maamila: Lakkofsa 43 bifa gurraachaan. (Afaan Oromoo)
Shopkeeper: Yes, these are 43 size and good quality. (English)
Abbaa dukkaanaa: Eeyyee, isaan kunniin lakkoofsa 43dha. Qulqullina qabu. (Afaan Oromoo)
Customer: Fine, how much do these shoes cost? (English)
Maamila: Tole, gatiin meeqa? (Afaan Oromoo)
Shopkeeper: 1000 Birr only, Please. (English)
Abbaa dukkaanaa: Qarshii 1000 qofa. (Afaan Oromoo)
Customer: Oh! It is expensive. (English)
Maamila: Oo, baayyee mi'aa/qaaliidha. (Afaan Oromoo)
Shopkeeper: No, it is cheap. (English)
Abbaa dukkaanaa: Lakki, rakasa/rakasha. (Afaan Oromoo)
Customer: Ok, Could you make it 500 Birr? (English)
Maamila: Tole, qarshii 500 naaf gochuu dandeessaa? (Afaan Oromoo)
Shopkeeper: It is not possible. (English)
Abbaa dukkaanaa: Lakki, hinta'u. (Afaan Oromoo)
Customer: Ok. What is the last price? (English)
Maamila: Tole, gatiin dhumaa meeqa? (Afaan Oromoo)
Shopkeeper: Its last price is 800 birr only. (English)
Abbaa dukkaanaa: Gatiin dhumaa 800 qofa. (Afaan Oromoo)
Customer: Thank you, can I pay money? (English)
Maamila: Galatoomi, qarshii kafaluu danda'aa? (Afaan Oromoo)
Shopkeeper: Ok, you can. (English)
Abbaa dukkaanaa: Tole, dandeessa. (Afaan Oromoo)
Customer: Ok, take it. (English)
Maamila: Tole, fudhu. (Afaan Oromoo)
Shopkeeper: Thank you very much, Visit again. (English)
Abbaa dukkaanaa: Baayyee galatoomi, hinbadin. (Afaan Oromoo)
Customer: Ok, Thank you. (English)
Maamila: Tole, galatoomi. (Afaan Oromoo)