I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


251) Talking about One Self

My name is Eyasu. (English)
Maqaan koo Iyyaasuudha. (Afaan Oromoo)
My name is Hiwot/I am Hiwot. (English)
Maqaan koo Hiwoot./Hiwoot jedhama. (Afaan Oromoo)
I'm 25 years old. (English)
Umriin koo waggaa 25. (Afaan Oromoo)
I was born on May 3, 1984. (English)
Ani kan dhaladhe caamsaa 3 bara 1984'tti. (Afaan Oromoo)
I was born in a small village near Hossana. (English)
Ani ganda xinnoo/xiqqoo naannoo magaalaa Hosaanaatti argamututti dhaladhe. (Afaan Oromoo)
I grew up in Hossana. (English)
Magaalaa Hosaanaatti guddadhe. (Afaan Oromoo)
I went to school in Hossana. (English)
Ani magaalaa Hosaanaatti barnoota jalqabe. (Afaan Oromoo)
My family moved to Addis Ababa five years ago. (English)
Maatiin koo waggaa shaniin dura magaalaa Finfinneetti galan. (Afaan Oromoo)
My father is a farmer (a merchant, a driver, a doctor, a teacher). (English)
Abbaan koo (qonnaan bulaa/daldalaa/konkolaachisaa/doktoraa/barsiisaadha). (Afaan Oromoo)
My mother is a nurse (a journalist, a tailor, a secretary, an engineer). (English)
Haati koo (narsii/gaazexeessituu/huccuu hodhituu/barreessituu/injiinara. (Afaan Oromoo)
I have a younger brother. His name is Eyasu. (English)
Ani obboleessa quxisuu/maandhaa Iyyaasuu jedhamu qaba. (Afaan Oromoo)
I have a brother, his name is Yilma. (English)
Ani obboleessa Yilmaa jedhamu qaba. (Afaan Oromoo)
He is two years older than me. (English)
Inni waggaa lamaan na caala. (Afaan Oromoo)
My younger sister is Selam. She is a school girl. (English)
ObboleettiIn quxisuu/maandhaa koo Salaam jedhamti. Isiin barattuudha. (Afaan Oromoo)
I'm not married. (English)
Ani gaa'eela hingodhanne /Ani hinfuune/ Ani hinheerumne. (Afaan Oromoo)
I'm married. I have a family. (English)
Ani gaa'eela godhadheen jira. Ani fuudheen jira. Ani maatiin qaba. (Afaan Oromoo)
I have two children, a boy and a girl. (English)
Ani ijoollee lama qaba. Dhiiraafi dubara. (Afaan Oromoo)
I have two sons, fifteen and nine. (English)
Ijoollee dhiiraa lama kanniin umrii kudha shaniifi kudha sagalii qaba. (Afaan Oromoo)
My daughter is two years old. (English)
Mucayyoon/Mucattiin koo waggaa lama. (Afaan Oromoo)
We live in a condominium. (English)
Mana kondomiiniyeemii keessa jiraanna. (Afaan Oromoo)
We live near a large park. (English)
Paarkii guddaa maddii jiranna. (Afaan Oromoo)
My address is Piyazza. (English)
Teessoon koo Birbirsa Goorooti. (Afaan Oromoo)
I like to read and walk with my friends. (English)
Ani dubbisuufi hiriyyoota koo wojjiin miilaan deemuu jaaladha. (Afaan Oromoo)
I like basketball and old movies. (English)
Kubbaa Kachoo taphachuufi fiilmii durii ilaaluu jaaladha. (Afaan Oromoo)
My hobby is photography. (English)
Suuraa kaasuu jaaladha. (Afaan Oromoo)
My hobby is taking pictures of birds. (English)
Simbirroo/shimbirroo suuraa kaasuun na gammachiisa. (Afaan Oromoo)
My wife loves traveling. (English)
Haati warraa koo imala jaalatti. (Afaan Oromoo)
She likes collecting different countries coins. (English)
Isiin saantiba biyyoota gara garaa walitti qabuu jaalatti. (Afaan Oromoo)
My husband likes to cook. (English)
Abbaan warraa koo nyaata bilcheessuu jaalata. (Afaan Oromoo)
We like classical music. (English)
Nu muuziqaa lommoxaa jaalanna. (Afaan Oromoo)
What do you do? (English)
Maal hojjatta? (Afaan Oromoo)
What business are you in? (English)
Maal hojjatta /Jiruun kee maali? (Afaan Oromoo)
I’m an engineer. (English)
Ani Mahaandisa. (Afaan Oromoo)
I'm a sales manager. (English)
Ani hogganaa hojii gurgurtaati. (Afaan Oromoo)
I'm a secretary. (English)
Ani barreessaa/barreessituudha. (Afaan Oromoo)
I am a librarian. (English)
Ani ogeessa mana kitaabaati. (Afaan Oromoo)
I work at a bank. And you? (English)
Ani baankii keessa hojjadha, Ati hoo? (Afaan Oromoo)
I work at a department store. (English)
Ani mana supparmaarkeetti keessa hojjadha. (Afaan Oromoo)
I work in a restaurant. (English)
Ani mana nyaataa keessa hojjadha. (Afaan Oromoo)
I work as a teacher. (English)
Ani barsiisaadha. (Afaan Oromoo)
I work for a newspaper. (English)
Ani dhabbata gaazeexaaf hojjadha. (Afaan Oromoo)
I'm in computers. (English)
Ani Ogeessa kompiitaraati. (Afaan Oromoo)
I'm in advertising. (English)
Ani hojii beeksisaa hojjadha. (Afaan Oromoo)
I'm in real estate. (English)
Ani hojii riilisteetii keessa hojjadha. (Afaan Oromoo)
Do you study or work? (English)
Barnoota moo hojiirra jirta? (Afaan Oromoo)
I'm a student at Wachemo University. (English)
Ani Yunivarsiitii Waachamoo baradha. (Afaan Oromoo)
I am a student in the department of Sociology at Wachemo University. (English)
Ani Yunivarsiitii Arsiitti Muummee Afaan Oromoo baradha. (Afaan Oromoo)