I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


261) Talking about Hotel

Customer: Do you have room? (English)
Maamila: Sireen jiraa? (Afaan Oromoo)
Receptionist: Yes, we have. (English)
Keessumeessaa/tuu: Eeyyee, jira. (Afaan Oromoo)
Customer: I would like to have a room for two days. (English)
Maamila: Ani guyyoota lamaafan siree barbaada. (Afaan Oromoo)
Receptionist: Welcome. (English)
Keessumeessaa/tuu: Haa ta'u. (Afaan Oromoo)
Customer: How much does single room cost? (English)
Maamila: Gatiin siree tokkoo meeqa? (Afaan Oromoo)
Receptionist: It is Birr 200 per day. (English)
Keessumeessaa/tuu: Guyyaatti qarshii 200. (Afaan Oromoo)
Customer: How much does double room cost? (English)
Maamila: Gatiin siree lamaa meeqa? (Afaan Oromoo)
Receptionist: It is Birr 400 per day. (English)
Keessumeessaa/tuu: Guyyaatti qarshii 400. (Afaan Oromoo)
Customer: Is it with attached bath? (English)
Maamila: Qaama dhiqannaa wajjiinii? (Afaan Oromoo)
Receptionist: Yes, it is with attached bath. (English)
Keessumeessaa/tuu: Eeyyee, qaama dhiqannaa wajjiini. (Afaan Oromoo)
Customer: How big is it? (English)
Maamila: Hammam bal'ata? (Afaan Oromoo)
Receptionist: It is 10*10. (English)
Keessumeessaa/tuu: Abbaa 10*10. (Afaan Oromoo)
Customer: Is there a T.V? (English)
Maamila: Televijinii qabaa? (Afaan Oromoo)
Receptionist: Yes, it is (English)
Keessumeessaa/tuu: Eeyyee, qaba. (Afaan Oromoo)
Customer: Do you have a restaurant? (English)
Maamila: Mana nyaataa qabduu? (Afaan Oromoo)
Receptionist: Yes, we have. (English)
Keessumeessaa/tuu: Eeyyee, qabna. (Afaan Oromoo)
Customer: Can I get other countries food? (English)
Maamila: Nyaata biyya alaa argadhaa? (Afaan Oromoo)
Receptionist: Yes, you can get. (English)
Keessumeessaa/tuu: Eeyyee, argatta. (Afaan Oromoo)
Customer: Do you have a swimming pool? (English)
Maamila: Bakki bishaan daakaa jiraa? (Afaan Oromoo)
Receptionist: Yes, we have. (English)
Keessumeessaa/tuu: Eeyyee, jira. (Afaan Oromoo)
Customer: Is there a lift? (English)
Maamila: Liiftiin jiraa? (Afaan Oromoo)
Receptionist: Yes, it is. (English)
Keessumeessaa/tuu: Eeyyee, jira. (Afaan Oromoo)
Customer: What is the check out time? (English)
Maamila: Sa'aatiin bahiinsaa meeqa? (Afaan Oromoo)
Receptionist: It is 12:00 noon. (English)
Keessumeessaa/tuu: Waaree booda sa'aa 12:00tti. (Afaan Oromoo)
Customer: I would like to check out. How much do I have to pay? (English)
Maamila: Ani bahuu barbaada meeqa kafalu? (Afaan Oromoo)
Receptionist: You can, you have to pay Birr 300. (English)
Keessumeessaa/tuu: Dandeessa, qarshii 300 kafalta. (Afaan Oromoo)