I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


27) Conjunction - Example

Book and pen (English)
Kitaabaafi qalama. (Afaan Oromoo)
Coffee or tea (English)
Buna yookiin shaayii. (Afaan Oromoo)
He came but he did not work. (English)
Inni dhufee ture; garuu hinhojjanne. (Afaan Oromoo)
He came late because it was raining. (English)
Roobaa waan tureef inni galaalchee dhufe. (Afaan Oromoo)