I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


274) Reading and telling times

06:00 - Six o’clock (English)
06: 00 - Saa'aa jaha. (Afaan Oromoo)
06:10 - Ten past six (English)
06:10 - Saa'aa kudhani. (Afaan Oromoo)
06:15 - A quarter/fifteen past six (English)
06:15 - Saa'aa jahaafi ruubiidha. (Afaan Oromoo)
06:30 - Half past six (English)
06: 30 - Saa'aa jahaafi walakkaadha. (Afaan Oromoo)
06:45 - Fifteen/quarter to seven (English)
04: 45 - Saa'aa torba jechuuf ruubii hanquudha. (Afaan Oromoo)
06:50 - Ten to seven (English)
06:50 - torba jechuuf kudhan hanquudha. (Afaan Oromoo)
07:00 - Seven (English)
07:00 - Sa'aatii torba. (Afaan Oromoo)
Daughter: What time is it now, mother? (English)
Intalli: Sa'aatiin meeqa, Aayyaa? (Afaan Oromoo)
Mother: It is half past six. (English)
Haati: Sa'aa jahaafi walakkaadha. (Afaan Oromoo)
Daughter: Thank you mam. (English)
Intalli: Ulfaadhu Aayyaa! (Afaan Oromoo)
Mother: What time is your class? (English)
Haati: Daree barnootaa sa'aa meeqatti seenta? (Afaan Oromoo)
Daughter: At fifteen to six. (English)
Intalli: Sa'aa jaha jechuuf ruubii hanquu irratti. (Afaan Oromoo)
Mother: Still you have 45 minutes. (English)
Haati: Ammayyuu daqiiqaa afurtamii shan qabda. (Afaan Oromoo)