I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


331) Past Tense - Affirmative Form

I read newspaper yesterday. (English)
Ani kaleessa gaazexaa dubbise. (Afaan Oromoo)
We read newspaper yesterday. (English)
Nu kaleessa gaazexaa dubbisne. (Afaan Oromoo)
You (m) read newspaper yesterday. (English)
Ati kaleessa gaazexaa dubbifte. (Afaan Oromoo)
You (f) read newspaper yesterday. (English)
Ati kaleessa gaazexaa dubbiste. (Afaan Oromoo)
She read newspaper yesterday. (English)
Isiin kaleessa gaazexaa dubbiste. (Afaan Oromoo)
You (pl) read newspaper yesterday. (English)
Isin kaleessa gaazexaa dubbistan. (Afaan Oromoo)
He read newspaper yesterday. (English)
Inni kaleessa gaazexaa dubbise. (Afaan Oromoo)
They read newspaper yesterday. (English)
Isaan kaleessa gaazexaa dubbisan. (Afaan Oromoo)