I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


71) Present Continuous Tense - Question Words

Are you (m) reading? (English)
Ati dubbisaa jirtaa? (Afaan Oromoo)
Yes, I am reading. (English)
Eeyyee, dubbisaan jira. (Afaan Oromoo)
What are you (m) reading? (English)
Ati maal dubbisaa jirta? (Afaan Oromoo)
I am reading news paper. (English)
Ani gaazexaa dubbisaan jira. (Afaan Oromoo)
Which news paper are you (m) reading? (English)
Ati gaazexaa kam dubbisaa jirta? (Afaan Oromoo)
I am reading Addis Zeman news paper. (English)
Ani gaazexaa Addis Zaman dubbisaan jira. (Afaan Oromoo)
When are you (m) reading news paper? (English)
Ati yoom gaazexaa dubbista? (Afaan Oromoo)
I am reading news paper now. (English)
Ani amma gaazexaa dubbisaan jira. (Afaan Oromoo)
Where are you (m) reading news paper? (English)
Ati eessatti gaazexaa dubbista? (Afaan Oromoo)
I am reading newspaper at my home. (English)
Ani manuma kiyyatti gaazexaa dubbisaan jira. (Afaan Oromoo)
Why are you (m) reading news paper? (English)
Ati maaliif gaazexaa dubbista? (Afaan Oromoo)
I am reading newspaper to know current affairs. (English)
Ani dhimmoota yeroo baruuf gaazexaa dubbisa. (Afaan Oromoo)
Who are you (m) reading news paper with? (English)
Ati eennu wojjiin gaazexaa dubbisaa jirta? (Afaan Oromoo)
I am reading news paper with my friends. (English)
Ani hiriyoota koo wojjiin gaazexaa dubbisaan jira. (Afaan Oromoo)
How are you (m) reading news paper? (English)
Ati gaazexaa akkamitti dubbista? (Afaan Oromoo)
I am reading news paper slowly. (English)
Ani suuta jedheen gaazexaa dubbisa. (Afaan Oromoo)