I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


97) Past Continuous Tense - Question Words

Were you (m) reading? (English)
Ati dubbisaa turtee? (Afaan Oromoo)
Yes, I was reading. (English)
Eeyyee, dubbisaan ture. (Afaan Oromoo)
What were you (m) reading? (English)
Ati maal dubbisaa turte? (Afaan Oromoo)
I was reading news paper. (English)
Ani gaazexaa dubbisaan ture. (Afaan Oromoo)
Which news paper were you (m) reading? (English)
Ati gaazexaa kam dubbisaa turte? (Afaan Oromoo)
I was reading Addis Zeman news paper. (English)
Ani gaazexaa Aaddis Zaman dubbisaan ture. (Afaan Oromoo)
When were you (m) reading news paper? (English)
Ati yoom gaazexaa dubbisaa turte? (Afaan Oromoo)
I was reading news paper yesterday. (English)
Ani kaleessa dubbisaan ture. (Afaan Oromoo)
Where were you (m) reading news paper? (English)
Ati eessatti gaazexaa dubbisaa turte? (Afaan Oromoo)
I was reading newspaper at my home. (English)
Ani gaazexaa mana kootti dubbisaan ture. (Afaan Oromoo)
Why were you (m) reading news paper? (English)
Ati maaf gaazexaa dubbisaa turte? (Afaan Oromoo)
I was reading newspaper to know current affairs. (English)
Ani dhimmoota yeroo baruuf gaazexaa dubbisaan ture. (Afaan Oromoo)
Who were you (m) reading news paper with? (English)
Ati gaazexaa eenyuun wojjiin dubbisaa turte? (Afaan Oromoo)
I was reading news paper with my friends. (English)
Ani gaazexaa hiriyoota kiyya wojjiin dubbisaan ture. (Afaan Oromoo)
How were you (m) reading news paper? (English)
Ati gaazexaa akkamitti dubbisaa turte? (Afaan Oromoo)
I was reading news paper slowly. (English)
Ani suuta jedheen dubbisaa ture. (Afaan Oromoo)