I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


258) Talking about Shopping - Buying Electrical Goods

Shopkeeper: Good morning, can I help you? (English)
Abbaa Dukkaanaa: Akkam bulte, maal si haa gargaaru? (Afaan Oromoo)
Customer: I hope so. I'm looking for a television. (English)
Maammila: Eeyyee, Telebijinii barbaadeen ture. (Afaan Oromoo)
Shopkeeper: The Toshiba TV5 is on special offer this week. (English)
Abbaa Dukkaanaa: TV5 kan gatii salphaadhaan torbaan kana dhiyaate. (Afaan Oromoo)
Customer: How much is it? (English)
Maammila: Meeqa? (Afaan Oromoo)
Shopkeeper: Only $299.95. (English)
Abbaa Dukkaanaa: $299.95 qofa. (Afaan Oromoo)
Customer: It's a little expensive. Do you have a cheaper one? (English)
Maammila: Mi'aa dha. Kan gatiin hir'atu hinjiruu? (Afaan Oromoo)
Shopkeeper: Yes. This one's only $150. (English)
Abbaa Dukkaanaa: Jira. Inni kun $150 qofa. (Afaan Oromoo)
Customer: What make is it? (English)
Maammila: Isa kami? (Afaan Oromoo)
Shopkeeper: It's a Panasonic. (English)
Abbaa Dukkaanaa: Paanaasoonikiidha. (Afaan Oromoo)
Customer: I like it, but it's still a little too expensive. Is there any chance of a discount? (English)
Maammila: gaariidha. Haata'u malee, ammas mi'aadha. Xiqqoo hinhira'atuu? (Afaan Oromoo)
Shopkeeper: Hmmmmm, OK, we can do it for $140. (English)
Abbaa Dukkaanaa: Tole, $140 haa ta'u. (Afaan Oromoo)
Customer: Great, I'll take it. Do you accept credit cards? (English)
Maammila: Tole, hin fudha. Kireediti kaardii fudhattuu? (Afaan Oromoo)
Shopkeeper: Yes we do. (English)
Abbaa Dukkaanaa: Eeyyee. (Afaan Oromoo)