I know I want to learn

I know I want to learn

“Learn Afaan Oromoo – Speak with the Hearts”


259) Talking about Shopping - Buying a cell phone

Shopkeeper: Hello, how may I help you? (English)
Abbaa Dukkaanaa: Maal si haa gargaaru? (Afaan Oromoo)
Customer: I would like to buy a cell phone. (English)
Maammila: Bilbila bituu barbaadeen ture. (Afaan Oromoo)
Shopkeeper: Is there a certain brand you are looking for? (English)
Abbaa Dukkaanaa: Bilbila akkamii barbaadde? (Afaan Oromoo)
Customer: I would like to see Sony Ericsson phones. (English)
Maammila: Eriksan barbaada. (Afaan Oromoo)
Shopkeeper: OK, they are over here. (English)
Abbaa Dukkaanaa: Tole, kunooti. (Afaan Oromoo)
Customer: Could I see the black and red one? (English)
Maammila: diimaa laaluu danda'aa? (Afaan Oromoo)
Shopkeeper: Yes, Here you are. (English)
Abbaa Dukkaanaa: Eeyyee, kunooti. (Afaan Oromoo)
Customer: How much is it? (English)
Maammila: Meeqa? (Afaan Oromoo)
Shopkeeper: It was 150 dollars but it is on sale for 100 dollars. (English)
Abbaa Dukkaanaa: $150 ture garuu, $100 fudhu. (Afaan Oromoo)
Customer: Oh! That’s a good deal. I will take it. (English)
Maammila: Oo! Gaariidha. Nan fudha. (Afaan Oromoo)